Guyyaan Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa bara 2017 akka Abbaa Taayitaa Zoonii Diinagdee Addaa Gadaatti dhaadannoo, “Dhaloota safuu fi Naamusaa gaariin ijaaruun badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun sirna hoo’aan kabajame. Sirna kana irratti bakka bu’aan farra malaamaltumaa fi naamusaa ZDAG Obbo Katamaa Ifaa barreeffama gabaabaa dhiyeessanii jiru, akkasumas hojjattoonii amala fi naamusa gaarii argisiisan beekamtiin kennameefi jira.