+251 22 21 21 121, +251 22 21 22 692 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Gada Special Economic Zone (GSEZ) held a consultative meeting with investors.

Gada Special Economic Zone (GSEZ) held a consultative meeting with investors.The Gada Special Economic Zone (GSEZ) organized a consultative meeting with investors who had been operating in the area prior to the establishment of the GSEZ. The meeting took place at the Headquarters in Adama, with an opening speech delivered by Mr. Motuma Temesgen, Director General of the GSEZ. During the session, Mr. Dame Chali presented an overview of the GSEZ, including its background and the rationale behind its formation. Mr. Biruk Shawul followed with a presentation on Ethiopia’s SEZ proclamation. Investors raised various long-term concerns, which were addressed by Deputy Director General, Engineer Demelash Mulu, and Director General, Mr. Motuma Temesgen.

Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa investerootaa fi abbootii qabeenyaa heyyama qaama mootummaa garaa garaa irraa argachuun zoonicha keessatti hojiilee adda addaa irratti bobba’anii jiran waliin hundaa’uu zoonichaa hordofee hojimaata ittiin zoonicha jalatti haala garaa garaan hammatamuun hojjechuu danda’an irratti waltajjiin hubannaa uumuu bakka Hoji Gaggeessaa Olaanaa Zoonichaa Obbo Mootummaa Tamasgeen, caasaalee mootummaa godina Shawaa Bahaa, Aanaa Adaamaa fi Aanaa Lumee sekteroota dhimmi ilaalu akkasumas maanaajimentiin korporeeshinichaa argamanitti gaggeeffamee jira.

Waltajjicha irratti marii taasifameen zoonicha keessatti hojjechuuf yeroo ammaatti haalli mijataan uumamuu, gaaffilee investeroota zoonichaa karaa guutuu ta’een deebi’uu danda’u irratti akka hojjetamu akkasumas walitti dhufeenya ZDAG, investerootaa fi caasaa godina shawaa bahaa fi aanaalee lamaanii cimsanii hojjechuun barbaachisaa ta’uu kallattiin taa’ee jira.

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

024631
Views Today : 788
Total views : 105941
Who's Online : 3