+251 22 21 21 121, +251 22 21 22 692 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

GSEZ convened a stakeholder meeting to discuss on the directive and land plan of the zone.

Gada Special Economic Zone (GSEZ) convened a stakeholder meeting to discuss on the directive and land plan of the zone. The session commenced with an opening address by the Director General of GSEZ, Mr. Motuma Temesgen. Officials from Lume and Adama District administrations participated in the deliberations, which aimed to inform stakeholders about the zone’s development initiatives and ensure their active engagement in the process. Additionally, administrative representatives from both districts provided further clarifications on key issues. The meeting concluded with a shared understanding among participants.

ገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞን በዛሬው ዕለት ከባለድርሻ አካላት ጋር በዞኑ መመሪያ እና መሬት አጠቃቀም ፕላን ዙሪያ ውይይት አካሄደ፡፡ በምክክሩ ላይ በመገኘት የመክፈጫ ንግግር ያደረጉት የዞኑ ዋና ዳይሬክተር አቶ ሞቱማ ተመሰግን፣ የዞኑ መልማት ለአካባቢው ህብረተሰብም ሆነ ለሀገር ዕድገት ያለውን ድርሻ አብራርቷል፡፡ በምክክሩ ላይ የሉሜ እና የአዳማ ወረዳ አስተዳዳሪዎች በመገኘት የድረሻቸውን አበርክቷል፡፡

Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa (ZDAG) wixinee qajeelfamaa fi pilaanii zoonichaa irratti dhimmamtoota isaa waliin mariin gaggeesse. Bakka Daareekterri Ol’aanaa zoonichaa obbo Mootummaa Tamsgeen jiranitti kan gaggeessame mariachi, qajeelfama adda adda karaa zoonichaas ta’ee karaa Koomishinii Investimentii Itoophiyaatiin bahu dhimmamtoota biraan gahuun zoonicha misoomsuu keessatti qaamni kamiyyuu odeeffannoo guutuu argachuun ilaalchaa fi ejjennoo wafakkatu qabaachuun tumsa irraa eggamu akka gumaachu ni fayyada jedhame. Marii kana irratti, hoggantoonni Aanaa Lumee fi Aanaa Adaamaa argamanii ibsa dabalataa kennuun mariachi goolabameera.

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

038059
Views Today : 589
Total views : 175818
Who's Online : 1