+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Komishiniin Investimentii Itiyoophiyaa (EIC) Zoonii Diingdee Addaa Gadaa daawwate.

Komishinii Investimentii Itiyoophiyaa waliin gaafa guyyaa 11/10/2016 hojii misoomaa Koorporeeshiniin Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa gaggeessaa jiruu pirojektoota garaa garaa kanneen akka: pirojektii bishaanii, bakka kuusaa bishaanii/ reservoir, karaa asfaaltii fi sabsiteeshinii zoonichi hojjechiisaa jiru dawwateera.
Daawwannaa kana irrattis Hoogganaa I/Aanaa KMZDAG kan ta’an Eng. Dammalaash Muluu haala qabatamaa pirojektootni irra jiran irratti ibsa gaggabaabaa kennaniiru. Gama Komishinii Investimentii Itiyoophiyaatiin daarikteerri darkitoreetii Investimentii Reegulashinii kan ta’an obbo Genaanaw Girmaa pirojektiin keessan gahumsa ol’aanaarra kan jiruufi hedduu kan nama gammachiisudha jedhaniiru. Dabalataanis ZDAG kana investeroota, misoomsitoota fi interpiraayizoota biyya keessaa fi alaa simachuun waliin ni misoomsina jedhaniiru.

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

010913
Views Today : 120
Total views : 14004
Who's Online : 4