Gareen Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa Dr Ashannaafii Tashoomaatiin hogganamu pirojeektota Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa (ZDAG) daawwatan. Gareen kun bu’uuraalee misoomaa zoonichi misoomsaa jiru kan akka: dhiyeessii bishaanii, sab-isteeshiinii,...