+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Latest News

Sirni Baallii Walharkaa Fuudhuu Abbaa Gadaa Gujii Raawwatame

Sirni Gadaa sirna madda dimokiraasii Uummanni Oromoo akka waliigalaatti addunyaa kanaaf, bifa addaatiin immoo Itiyoophiyaadhaaf gumaachedha.  Abbootiin Gadaa Gujii Sirna Walharkaa fuudhinsa Baallii 75ffaa Abbaa Gadaa Harmuffaa Jiloo Mandhoo irraa...

Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) hojii ji’a jahaa qorate.

Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa gamaaggama hojii ji’a jahaa qoratee jira. Daareektera ol’aanaa Zoonichaa obbo Mootummaa Tamasgeen kallattii eega kaahanii booda, gabaasni ji’oota jahan darbanii dhiyaachuun mariin irratti gaggeeffamee jira. Marii...

The FAO Agricola Medal awarded to Prime Minister Abiy Ahmed.

PM Abiy Ahmed has been awarded the prestigious FAO Agricola Medal for his vision, leadership and commitment to food security and nutrition as well as the pursuit of innovative solutions...

Investors From England Visited GSEZ

Investors from England led by Mr Roba Megersa Deputy Bureau head of Oromia Development Organizations visited Gada Special Economic Zone HQ here in Adama and discussed with the Zones higher...

Seoul National University Delegation

Mr. Motuma Temesgen of Gada Special Economic Zone welcomed Professor Hwang Jun Seok delegates of Seoul National University and held a productive discussion on bilateral partnership in the area of...

Gada Special Economic Zone (GSEZ) and Oromia Forest and Wildlife Enterprise (OFWE)

Gada Special Economic Zone (GSEZ) and Oromia Forest and Wildlife Enterprise (OFWE) held a fruitful discussion with Guangxi Forest Academy and Shandong Timber and Wood Products Association on Investment and...

Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) fi Injinaringii Korporeshinii Oromiyaa(ECO).

Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) fi Injinaringii Koorporashinii Oromiyaa(ECO) giddutti waligaltee gorsaa hojii diriirsa sarara ujummoo bishaanii fi qotiinsa boolla bishaanii gadii fagoo mallattefame.

Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) fi Koorporeshinii Ijaarsa Oromiyaa(OCC)

Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) fi Koorporeshinii Ijaarsa Oromiyaa(OCC) giddutti waliigaltee hojii diriirsa sarara bishaanii fi qotiinsa boolla bishaanii gadi fagoo mallatteefame.
1 2 3 4 5 8