Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa, Invastaroonni biyya keessaa fi alaa Zoonii dinagdee Addaa Gadaa akka misoomsaniif waamicha dhiyeessan.
Abbaan Taayitaa Zoonii dinagdee Addaa Gadaa fi dhaabbanni ‘China Civil Engineering Construction Corporation’ jedhamu zoonii dinagdee addaa Gadaa waliin misoomsuuf waliigaltee mallatteessan