+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Day

June 20, 2024
Komishinii Investimentii Itiyoophiyaa waliin gaafa guyyaa 11/10/2016 hojii misoomaa Koorporeeshiniin Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa gaggeessaa jiruu pirojektoota garaa garaa kanneen akka: pirojektii bishaanii, bakka kuusaa bishaanii/ reservoir, karaa asfaaltii fi sabsiteeshinii zoonichi hojjechiisaa jiru dawwateera.Daawwannaa kana irrattis Hoogganaa I/Aanaa KMZDAG kan ta’an Eng. Dammalaash Muluu haala qabatamaa pirojektootni irra jiran irratti ibsa gaggabaabaa kennaniiru....
Continue Reading

Total Visitor

010922
Views Today : 138
Total views : 14022
Who's Online : 13