+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Day

August 16, 2024
Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa (GSEZ) gamagamni raawwii hojii Mootummaa Bara Baajataa 2016 gaggeeffame jira.Gamaaggama kanaan gabaasni raawwwii hojii bara baajataa 2016 irratti Hoogansii fi Hojjatootni Zoonichaa argamaniiru. Gamaaggama raawwii keessatti ciminootaafi hanqinoota sirnaan adda baasuun ciminoota argaman caalaatti cimsuuf akkasumas hanqinoota adda baasuun fooyyeessuun ciminoota galtee karoora bara 2017 taasiisuuf kallattiin gara fuuladuraa ka’amee jira.
Continue Reading

Total Visitor

012232
Views Today : 1144
Total views : 19668
Who's Online : 9